biqiltuu daraaraan keellbo kan ijji isaa nuugii fakkaatu, kan yeroo daraaru kanniisni dammarraa qoph...
waan wal irra naqame; Tuulaa ataraa; Tuulaa kobootaa; Midhaan tuulaa gurguddaa shan dhahate.
1. bakka tokkotti wal irra naqamuu; Midhaan haamame amma dhahamutti akka roobni hintortorsine tuulam...
maqaa taphaa, kan ijoolleen walirra naqamtee taphattu, kan yammuu tokko kufu warri kaani irratti dab...
ofiif jedhanii tuuluu; Citaa tuullachuun akka roobni nama jalaa hinballeessineef tola.
bakka tokkotti wal irra naqsiisuu (keessumattuu waan akka midhaan haamamee); Bissii xaafii tuulsisuu...
waan wal bira eddummate yookiin wal bira baay'ate; Abbaan kee tuuta gamaa sana keessaa alaalaa muldh...
walitti baay'achuu yookiin gobbachuu; Yammuu hattuun qabamtu ilaaluuf namoonni walitti tuuta'u.