gororri yookiin wanti afaan keessa jiru afaan keessaa alatti darbatamuu. 2. qaratti jibbamuu; Fira o...
1 . "tuggee" ilaalaa. 2. muka gophoo dheeraa. kan mataan sibiilaa ittiin ciraa cirani.
nyaata sireetti yookiin qaawwa mukaatti galu, kan dhiiga namaa xuuxu, kan yoo buruqsan dhiigni isaa ...
shugguxii, qawwee yookiin meeshaa waraanaa dhukaasa, xaaxessa; Diinni dhufnaan tuksii itti banan.
uffata miicamee qoore kaawuyyaa o'aan diddiriirsa, miidhagsa; Tuksii hinbeektuu, uffata gubdaa dhiis...
midhaan akka qollii yookiin huubni irraa bawuuf mooyyee keessatti bokkuu tumaan yookiin muka mooyyee...
seera jaarsi biyyaa baasee biyyi ittiin bulu; Tumaa Jaarsaa irra hindarbin; Seerri gadaa tumaa Jaars...