Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
saddeeta ma.
GAO

1.fuudhaafi heeruma keessatti beellama warri durbaa jaarsa gara warra ilmaatii dhufuu qaban. 2. seer...

saddeeti ad.
GAO

lakkoofsa torbatti aanee dhufu.

saddeettama ad.
GAO

lakkoofsa torbaatamii sagalitti aanee dhufu.

sadi ad.
GAO

lakkoofsa lamatti aanee dhufu.

sadiga ma.
GAO

obboleessa dhirsaa, waarsaa,wosoo.

sadiyi
GAO

"sadi" ilaalaa

sadoo ma.
GAO

hammeenya hojjechuuf wal marii'acha; Sadoo sadaniiti mootii taayitaa irraa buusan.

safara 1 ma.
GAO

naannoo wanti ta'e itti argamu, iddoo, qeyee; Safarri kee gamamoo gamana?

safara 2 ad.
GAO

1. kan hirdhuu yookiin dirbaba hinta'in, guutuu; Dirbaba dhiisii safara naa kenni. 2. akkaataa waan ...

safara 3 ma.
GAO

ulfina, safeeffana, kabaja.

safaramuu 1 go.
GAO

hammi isaa beekamuu, lakka'amuu.

safaramuu 2 go.
GAO

kabajamuu, ulfaachuu,  safeeffatamuu.

safaruu 1 go.
GAO

madaalaan, quunnaan, w.k.f. amma isaa beekuu, lakka'uu.

safaruu 2 go.
GAO

qubachuu; Godaantotni bakkuma ltti dhihe safaru,qubatu.

safaruu 3 go.
GAO

kabajuu, ulfeessuu.

safeeffachiisuu go.
GAO

akka safeeffatu gocbuu.

safeeffachuu go.
GAO

akka namni namatti hinrifanne qaaneffachuu, hubatanii yookiin laallatanii dubbachuu, safuu namaa ken...

safeeffataa ad.
GAO

qaaneffataa.

safeeffattuu ad.
GAO

dubartii waan ta'e qaaneffattu.

saffiaaa ad.
GAO

tan ennasuu /asgasuu/ ga'u, kan hinturre; Bara beelaa midhaan saffisaatu du'a nama oolchiti.

Sponsors