gosa mishingaa (bisingaa), kan agadaan isaa hoffaa, midhaan isaa yammuu gogu kan bubbeen dhayee harc...
1. bakkee tokkoo biraatti butachuu yookiin warraaqfachuu; Mi'a baay'ee ulfaatu kophaa kee siqfachuu ...
1. tapha afaaniin weeddisaa taphatan, weedduu. 2. lukaan lafa dhiitaa mormaan sosocho'aa, afaaniin w...
1. qotiyyoota irra oofu dhaan midhaan hoogdii (oobdii) irratti dhahiisa. 2. waan ta'e irra deddeeb...
1. midhaan akka xaafii oobdii irra afanii qotiyyoota irra oofuudhaan dhawuu. 2. waan tokko irra dedd...
walumafaana, otoo hinhambisin yookiin hindogoggorin; Ati siriidhuma hojii dhiitte mitii?
1. hojii yookiin dhimma. 2. naqata qopheeffatan. 3. akkaataa ayyaana yook in waan biraa itti kabajat...