naaa dubbii afaan tokkoon dubbatame afaan biraatti hiiku.
"sima" ilaalaa.
allaattii simbira adamsitee nyaattu.
"simbir butaa" ilaalaa.
simbira antuuta fakkaattu kan halkan malee guyyaa hinbarrifne.
gosa allattii xixinnoo kan koolaan qilleensa keessa barartu.
"simbira" ilaalaa.
"surra qabeessa" ilaalaa.
"surra qabeettii" ilaalaa.
"surraa" ilaalaa.
midhaan harki tuttuqe yookiin dhangagga'aa nyaatanii laphee gubachuu.
akka singiggaawu gochuu.
gubaa laphee kan midhaan harki tuttuqe yookiin dhangaggaa'e yoo nyaatan nama qabu.
"siinii" ilaalaa.
"sissinni" ilaalaa.
"sissinnaawuu" ilaalaa.
"sissinnooftuu" ilaalaa.
waan bullaa'aa afaa bachuu didee gadi bu'uu yookiin kaachuu.
waan bullaa'aa afaaniin hammaarracha; Harreen daaraa siphannaa jaallatti.
waan siphatan.