aannan horiin dhiyeenya dhalte elmamtu.
ammaa amma daddafanii ija dunuunfacha.
ammaa amma daddafanii ija dunuunfachuu.
shiboo alaalaa keessaan walitti dubbatan, bilbila; warra kee dhaqxee yoo dubbisuu dadhabdellee, silk...
walitti dabalanii lakkaa'a, amma isaa bara.
walitti dabalanii lakkaawwachuu.
walitti dabalanii lakkaa'uu.
akka silla'u gochuu.
kan akka afuurri hinbaane hudhamee yookiin ukkaamamee qabame, hudhamaa.
akka afuurri hinbaane mormi hudhamee qabamuu, hudhamuu.
akka silliksu gochuu huusisuu.
akka afuurri hinbaane morma hudhanii qaba, hudha.
akka afuurri hinbaane morma hudhanii qabuu, hudhuu.
hirribni xiqqoo nama fudhachuu; Isumaa sillim jedhe, hattuun karra isaa banattee horii yaafatte.
"sallaqa" ilaalaa.
"sallaqamaa" ilaalaa.
"siiloftuu" ilaalaa.
waan dhufu gammachuun itti dhaqanii fudhacha yookiin harka fuudha.
yeroo iddoo tokko ga'an gammachuudhaan fudhatamuu, harka fuudhamuu.
dubbii afaan biraatiin dubbatame afaan kaanitti (biraatti) hiika.