Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
saaqqamuu
GAO

"saaqamuu" ilaalaa.

saaqqannaa ma.
GAO

waan cufaa ta'e banacha.

saaqsisuu go.
GAO

akka saaqu gochuu.

saaquu go.
GAO

1. addaan banuu, gargar baasuu, adda adda qabuu; Balbala cufame saaqaniiti seenu. 2. kan itti uffifa...

Saaqxuu ad.
GAO

dubartii yeroo baay'ee seeqa yookiin kokkolfa guddiftu.

saaruu go.
GAO

walitti baay'atee marguu.

saasabamuu go.
GAO

1.sirriitti yookiin qajeelatti barbaadamuu. 2. jirbiin fowamuuf qophaa'uu, qubaan addaan fuffuudhamu...

saasattuu ad.
GAO

tan waa hiixachuu hinjaallanne, dondha, doonqa, harjaa kan hintaane; Sassattuun biyyee sassatti.

saatoo 1 ma.
GAO

okkotee xinnoo.

saatoo 2 ma.
GAO

muka qaqal'aa humna hinqabne, kan damee gurguddaa hinmagarsine (yeroo baay'ee kan goraan ta'u).

saatoo 3 ma.
GAO

waan meeshaa qara qabu keessa kaayan; Cuubee saatoo keessa kaayanii yoo hidhatan malee, nama waraanu...

saawwan
GAO

"loon" ilaalaa.

saaxaraa ma.
GAO

meeshaa leemmana yookiin shomboqqoo irraa dha'amu, shimaxee; Qorqorroo dhabe tan saaxaraa bitee dall...

saaxila baasuu go.
GAO

waan dhokatee jiru ifa baasuu, akka beekamu gochuu.

saaxinii ma.
GAO

roga afurii kan qadaada qabu, kan muka irraa yookiin irraa hojjetamee mi'a adda addaa keessa kaawata...

saaxinii reeffaa ma.
GAO

saaxinii reeffi keessa kaawamee ittiin awwalamu.

saba baldhaa ma.
GAO

uummata hojjetee bulu.

sabaa
GAO

ummata yookiin namoota biyya tokko keessa jiraatan, Sabni hundi kan jaallate  jaallachuutu wayya.

sababa ma. i
GAO

itti qabata; Waan fedhellee balleessu, sababa hindhabu.

sababamaa ad.
GAO

kan sababin isa hindhabne; "Amaan Amaanii qabadhu afaani, galgala dhufaa sababamaanii ".

Sponsors