dhibee gogaa, kan akka cittootti shif namatti jedhee bishaan gudunfee nama hooqsisu.
waan bishaan gubbaatti qararee (taliilee jalatti hafu, atalaa; Jaalala bunaa guddina siicoo alaanfat...
1 . dhakaa lama ta'ee dhabbatu, kan dallaan itti ijaaramee itti sagadan yookiin itti irreenfatan. 2....
suphee haaraa abidda irra kaayanii, waan adda addaa itti affeelanii, akaayanii yookiin riganii barsi...
Gosa nyaattuu, kan dhaqna horiitti maxxantee dhiiga dhugdu, dhortuu; "Silmiin bakka laaftu ciniinti"...
injiraan indaaqqoo, qinqinii indaaqqoo; Indaaqqoof yoo mana kophaatti ijaaran malee, siisiwoon ishii...
tamboo yeroo baay'ee waraqataan maranii gara tokkoon abidda itti qabsiisanii gara kaaniin xuuxan.