mi'a sibiila irraa qophaawu,kan paastaa ittiin nyaatan, kan quba afur qabu.
"sukkaara" ilaalaa.
"sulula" ilaalaa.
maqaa masoo ashalaa ijoollee ittiin yaaman.
"daarbee" ilaalaa.
dafanii deemuu, hulul jechuu.
aramaa lafa keessaa buqqisan, kan baalli babaldhaa, kan hundeen isaa lafa keessa gadi fagaatu.
"sumburaa" ilaalaa.
firee (gumaa) sanyii raafuu fakkaatu,kan dhibee adda addaatiif qoricha ta'u, feexoo, hinfaa.
"shunkurtii" ilaalaa.
gosa ataakiltii kan quncisanii mummuranii distii ittiin qolla'an.
shunkurtii bifti adii kan falfalamuu danda'u, qullubbii.
1.harkaafi jilbaan deemuu, daaddee deemuu,daa'imuu. 2. lafa irra foqoquu.
"sunqoo" ilaalaa.
midhaanni mooyyee keessatti tumiisa.
midhaan mooyyee keessatti tumuudhaan qola irraa baafachuu.
midhaan mooyyee keessatti tumamuu, sheeramuu.
akka shuqulu gochuu.
"shuruquu" ilaalaa.