bishaan foon affeelarnee yookiin daakuu qincee, omborii, garbuu, boloqqee, makaroonii, w.k.f.,wajjin...
karaa dhalaan ittiin fincooftu,mucaa ittiin deessu, kushaa, buqushaa,.dooddoo, bashoo..
hojja (dheerina) qabeettii; qal'oo dhaabbii bareeddu. 2. tan qarii yookiin fiixeen qal'aa.
waan xuraaye, tortore, shame, Nyaata waan shufuroo irraa fageessuun fayyaaf tola.
waan hinbarbaadamne, waan xixiqqaa yookiin yaraa wayi irra hin'oolle; Daa'ima shufuroo tana irra dar...