Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
shinoo ma.
GAO

gosa qaaraa yookiin mimmi a tan buusaan ishii shishifii, tan baay'ee nama gubdu, daabbusee, xiriifee...

shirgigaacha
GAO

"sirgigaacha" ilaalaa.

shirgigaachisuu
GAO

"sirgigaachisuu" ilaalaa.

shirgigaachuu
GAO

"sirigaachuu" ilaalaa.

shiroo
GAO

"shuroo" ilaalaa.

shirrishirrii ma.
GAO

of gammachiisaaf jecha olii gadi deemsa.

shirshira
GAO

"shirrishirrii" ilaalaa.

shishii
GAO

"korkorii" ilaalaa.

shishirrii
GAO

"shirrishirrii" ilaalaa.

shittoo ma.
GAO

dhangala'aa urgaa isaatiif ofitti firfirsani yookiin ofiin tuqan,keessattuu morma jala.

shixxee
GAO

"shaxee2" ilaalaa.

shokoksuu
GAO

"sokoksuu" ilaalaa.

Shololaa'uu
GAO

"sololaachuu" ilaalaa.

shololaachuu
GAO

"sololaachuu" ilaalaa.

shololaaya
GAO

"sololacha" ilaalaa.

shololiyaa
GAO

"sololiyaa"  ilaalaa.

shomboqqoo
GAO

"shambaqqoo" ilaalaa.

shoochi je.
GAO

sagalee harree ittiin oofan, ushee, ashee, oshee.

shoolee ad.
GAO

dheertuu bareedduu. shoomal ma. waan nyaatan dhabiisa, beela, sooma.

shooma 2 ma.
GAO

nama keessaa filanii akka bulchu yookiin qajeelchuuf taayitaa kenna, muuda. shoomamaa ad.nama shuumi...

Sponsors