marii dhoksaa kan hammeenya qabu, sadoo.
Seeraan dhowwachuu, maganachuu, weelleffachuu.
seera baafachuu, seera tumachuu.
waan akka mukaa murachuuf calqabuu.
seeraan dhowwamaa, maganamaa, weelleffatamaa.
kan muramuuf calqabame.
seeraan dhowwamuu, maganamuu, weelleffatamuu.
muramuuf calqabamuu; Mukni sun seeramu hin'oolu, kanaat bubbeen dafee jigse.
akka seeru gochuu.
seeraan dhowwuu, maganuu, weelleffachuu.
muruu calqabanii dhiisuu.
addaan baasuu, gargar qooduu.
hamaa hojjechuuf dhoksaan mari'achuu, saduu.
nafa hormaata dhiiraa, quunxee, qunxurroo, tusuu,tuffee.
dubbii marartuu garaa nama nyaattu, yookiin raaftu; Haasaa seenaa qabdu dhaggeeffatanii qalbiin waa ...
waan tokko gochuuf yookiin dhiisuuf mamuu, shakkuu; Waan qalbiin kee yaade, seesuu dhiisii hojjedhu.
nama mamuu yookiin shakkuu guddisu.
qubee Oromoo kan tarree soddomii tokkoffaa irratti argamu.
baldhisanii yookiin guddisanii bittinneessuu yookiin dhangalaasuu.
sagalee waa bittinnaayee yookiin sirriitti dhangala'ee dhageessisu.