Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
Sassaabamuu go.
GAO

waliitti qabamuu, dhufuu, walitti guuramuu, wal gawuu;Uumatni sassaabamu malee, dura taa'aan kobaa i...

Sassaabbachuu go.
GAO

walitti qabachuu; Qamisii kee sassaabbachuu irraanfatteeti fixeensi si jalaa jiise; Hoolota yeroon s...

sassaabduu ad.
GAO

tan walitti qabdu, guurtu yookiin fuutu.

Sassaabsisuu go.
GAO

akka sassaabu yookiin sassaabdu gochuu.

sassaabuu go.
GAO

walitti qabuu, guuruu yookiin fuudhuu.

sassaachisa go.
GAO

1. sirriitti yookiin qajeelaan barbaaduu. 2. jirbii miciraa(gumaa) keessaa baasanii qubaan addaan fu...

sassaaquu go.
GAO

akka keessi isaa aduu yookiin qilleensa argatu gaggaragalchuu; Midhaan samuuf ka'e afanii akka aduun...

Sassabamaa ad.
GAO

walitti qabamaa.

sassachiisuu go.
GAO

akka sassatu yookiin sassattu gochuu.

sassaqattuu ad.
GAO

1.sirriitti barbaaddattuu. 2. tan "jirbii" foyachuuf qopheessistu.

sassaquu 2 da.go.
GAO

1.hunda saaquu. 2. irra deebi'anii saaquu.

Sassata ma.
GAO

1. kennajibba, harjooma dhaba; Sassata guddisuun fira nama dhabsiisa, 2. wanti qaban akka nama jalaa...

sassatuu go.
GAO

1.kennuu jibbuu, harjoomuu dhiisuu. 2. qusachuu, ol keewwachuu.

sata'uu go.
GAO

Odoo qajeelatti(sirriitti) hinbilchaatin irraa baasuu.

sattawaa ma.
GAO

bineensa daggalaa, tan lulktiifi mormi ishii hara malee dheeratu.

Seenaa 2 ma.
GAO

waan namni, sabni yookiin biyyi tokko keessa ture, kan ittiin yaadatamu, taarika.

Seensisuu go.
GAO

akka seenu gochuu.

seenuu go.
GAO

1. keessa galuu yookiin lixuu; Keessummaan ariitataniiti seenuu didanii deeman; Yaadni yoo nama seen...

Seera 1 ma.
GAO

aadaa uummanni itti bulu.

seera 2 ma.
GAO

waan mura calqab hafe, fiixaan kan hinbaafamne.

Sponsors