Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
saqalee
GAO

"saqalaa 2" ilaalaa.

saqaluu go.
GAO

qotilee camaduu.

saqqii ma.
GAO

teepha yookiin waan akkasii kan gurra surree keessaan baasanii mudhii ittiin hidhatan, qabattoo; Ilm...

sara ma.
GAO

damee mukaa; Mukti akka dheeratee margu, sara irraa muruu (maaxuu) wayya.

saragee ad.
GAO

nama bultii hingodhanne, kan ganda irra deemuu guddisu.

sarandiidaa
GAO

"sardiida" ilaalaa.

sarara ma.
GAO

1.bifa miidhagaa waan ta'ee baasa. 2. barreessa, kataba.

sardiida ma.
GAO

bineessa daggalaa, kan saree fakkaatu,saree diidaa, sarandiidaa, wangoo.

sardisiisuu go.
GAO

akka sardu gochuu.

sardoo ma.
GAO

marga akka hiddaa lafa irra looyee margu, kan haangii (humna) qabu.

sarduu go.
GAO

akka afuura hinbaafanne yookiin hinbayyananne gochuu, mudduu, jarjarsuu, ariifachiisuu; waanuma xiqq...

Saree 1 ma.
GAO

bineensa madaqoo manaa yooki in qeyee akka na eeguuf gudifatan.

Saree 2 ad.
GAO

kajeeltuu, tan waan nyaataa barbaachaaf oliifi gadi kaattu, namni wayi naan jedhaa laata tan hinjenn...

Sarganyaa 1 ma.
GAO

nama misirro (mushurraa) wajjin fuudhaaf warra intalaa bira dhaqu, hamaamota; Sarganyaan xinnaateef ...

sarganyaa 2 ma.
GAO

xaafii adiifi diimaa walitti makame; Xaafii adii qulqulluu (maanyaa) dhabdu sarganyaa naabiti..

Sargeenyaa ma.
GAO

Sababii qoraattiitiin (qoreetiin) yookiin sababa adda addaatiin qaama babbaqaqu.

Sargii ma.
GAO

cidha fuudhaafi heerumaa.

Sasaachuu
GAO

"sassatuu" ilaalaa

Sasaatamuu go.
GAO

qusatamuu, ol keewwamuu.

sassaabaa ad.
GAO

kan walitti qabu, fidu yookiin guuru.

Sponsors