sagalee namonni wal beekan jireenyaafi nageenya ittiin wal gaafatan, nagayaa, attam, gaariidhaa, fay...
horii manaa kan jabbii dhaltee aannan elmatan; Sa'a nama dhiittee elmamuu didde gaadidhan hidhan.
1. mi'a yeroon amma ta'e ittiin beekan. 2. yeroo guyyaa yookiin halkan keessaa; Sa'aatii kam dhufta?
qorqorroo raga afurii, kan gaazii yookiin bishaan itti naqatan, kan kiiloo yookiin liitira digdama q...
yeroo guyyaa walakkaa qabee amma aduun dhiituti jiru; Saafaa booddee kottuu mi'a kee fudhadhu.