waanti tokko wanta biraatti humnaan bu'ee yookiin namatti bu'ee hubaatiin irra geessifamuu, dhahamuu...
waan tokko waan biraatti yookiin namatti humnaan buusanii hubuu, dhawuu; Nama buusanii hubuu, dhawuu...
allaattii guddaa, kan mataafi mormi rifeensa hinqabne, kan raqa nyaatu, joobiraa, hamara.
1.bokoka yookiin afuufama garaa. 2. dhiitaa garaa, kan nyaata dhaqna namaa gabbisu dhabuu irraan ijo...
Bakka hinmul'anne ka'uu, dawoo keessa dhoksuu; Birrii hatee bobaa keessa ruuqqatee deeme.
garaan bokokuu, afuufamuu; Midhaan akka malee nyaatee, garaan ruurra'e; Maagaatu garaa isaa akka ruu...