1. barre ffama, mi'a yookiin waan tokko iddoo tokkoo fuudhanii iddoo biraatti hira, facaasa.
lubbuu xixinnoo bishaan keessa yookiin lafa irraa jiraattu, tan yeroo lafa irra adeemtu ol uutaaltu,...
mi'a xinnoo kan sagaleen keessaa dubbatu; Raadiyoo Itoophiyaa; Raadiyoo Ameriikaa; Raadiyoo Jann...
ataakiltii baalli isaa affeelamee buddeenaa wajjin nyaatamu, shaanaa, goommada (goommana); "Jiruu de...
namicha dubbii raaga dubbatu yookiin raagu; Mucaan jalaa dhukkubnaan raagaa bira dhaqe.
1.waan nama dinqisiisu yookiin maalalchiisu; Gaangeen nidhalte jechuun waan raajiiti. 2. waan fuul d...
mi'a dhukkuba dhaqna namaa keessa jiru, fakkeenyaaf dhukkuba sombaa suuraa kaasee himu, agarsiisu; N...