baala bunaa kan akka baala shayiitti Jiruu irra oolu; Quxxii waan wajjin danfiseeti dhuge.
waan xinnaafi guddaaf nyakkissuu, sassatuu.
quyisa dibachuu, of tolchuu; Quyisa urgaawu bitteeti ganama ganama quyifatti.
quyisa dibamuu.
waan nama cululuqsu, dibata; Mi'a quyisaa jalaa cabse.
quyisa akka argatu gochuu.
quyisa dibanii bareechuu; Haati ijoollee quyistu malee adi hinlakkiftu.