Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
quuftuu ad.
GAO

1. seeratti kan hinbulle; Namittii quuttuu sanatu jaarsa arrabse. 2. dubartii jiruu qabdu. 3.tan qab...

quufuu go.
GAO

1.waan barbaadan argachuu yookiin beelaa bawuu; Horiin marga dheeddee yoo quufte bishaan obaasu. 2. ...

quunnaa
GAO

"qunnaa" ilaalaa.

quunxee
GAO

"seeruu 5" ilaalaa.

quunxii ma.
GAO

qaama hormaataa keessattuu kan ijoollee,tuffee.

quuqa ma.
GAO

waan nama quuqu; Quuqaa sireetu hirriba isa dhowwe.

quuqamuu
GAO

"quuqqamuu" ilaalaa.

quuqqaa ma.
GAO

dhukkuba yeroo wanti akka dhagaa, bungulloo, w.k.f. irra dhaabbatan yookiin ciisan namatti dhagayamu...

quuqqamuu go.
GAO

quuqaan nama waraanuu.

quuqsisuu go.
GAO

akka quuqu gochuu; Afaa irraa kaaseeti siree quuqsise.

quuquu go.
GAO

qaama dhukkubsanii waraanuu; Waani ija mucaa quuqu biyyoodha.

quurii ma.
GAO

dhukkuba morma nama dhiitessu, qomjalloo; Quurii sirba dhowwe.

quwaa jechuu go.
GAO

sagalee yoggaa waan tokko cabu yookiin waan rukutu dhageessisu; Gaattiraan quwaa jedheetuma cabe.

quwaasuu go.
GAO

qaccee tokkosuu qaccee quwaasuu jaallatti.

quwachuu go.
GAO

dubbii sirriitti qorachuu; Otoo homaa hindubbatin waayee namichaa quwachuu barbaachisa.

quwee ma.
GAO

sagalee mukni dhagaraadhaan falaxamu dhagees isu.; "Dhagaraa ergisanii quwee isaa hincaqasanii"

quwusa
GAO

"quyisa" ilaalaa.

quwusuu
GAO

"quyisuu" ilaalaa.

quwuu go.
GAO

mataa keessa gadi rukutuu.

quxusuu
GAO

"quxisuu" ilaalaa.

Sponsors