Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qurxa ma.
GAO

addaan mura.

qurxii ad.
GAO

jala deebii yookiin seesa kan hinqabne; Garaan qurxii hinqabne diina abbaati.

qurxisiisuu go.
GAO

akka qurxu gochuu.

qurxumaata
GAO

"dhaqna nyaataa" ilaalaa.

qurxummii ma.
GAO

uumamaa bishaan keessa jiraatu, kan foon isaa nyaatamu; Foon qurxummii yeroo soma hinlagatamu.

qurxuu go.
GAO

1. muranii gargar baasuu; Gudeelcha qurxeeti abidda keessa keeirwate. 2. qotisa  keessa deebi'anii ...

qurxxa ma.
GAO

qotiisa baqaqsaatti aanu, keeesa deebii .

qusacha
GAO

"qusata"  ilaalaa.

qusachiisuu go.
GAO

akka qusatu gochuu.

qusachuu go.
GAO

keewwachuu,  xixinnee sanii ittiin maayii bawuti; Inni qarshii qusachuutti jabaadha.

qusannoo ma.
GAO

waan qaban boruuf jecha kuusacha; Qotee bulaan qusannoo jabeessuuf oomisha guddisaatti jira.

qusata ma.
GAO

xinneessanii maayii ittiin baya,  ol  keewwacha; Inni qusata qarshii hinbeeku.

qusatamuu go.
GAO

ol keewwatamuu; Bona midhaan yoo qusatame, ganna maatiin hinbeela'u.

quuba ma.
GAO

waan barbaachisu sirriitti argacha.

quubsisuu go.
GAO

akka quubsu gochuu.

quubsuu go.
GAO

waan barbaachisu sirriitti kennu; Horii bishaan quubse.

quucara ma.
GAO

taa'umsamof tuulanii taa'an.

quucaruu go.
GAO

1. of tuulanii taa'uu; Quphanuu irra quucaruu wayya. 2. nafaan gadi adeemuu, huqqachuu; Mucaan xun g...

quufa ma.
GAO

beela dhabiisa; Quufatu gara wallaalchiseeti nama dhaane.

quufsuu
GAO

"quubsuu" ilaalaa.

Sponsors