Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qunxuuxu
GAO

"qummuuduu"  ilaalaa.

qunxuuxxaa
GAO

"qunxuuxa" ilaalaa.

quphana ma.
GAO

of irraa gadi taa'umsa; Asi quphana tola.

quphansiisuu go.
GAO

akka quphanu gochuu.

quphantuu ad.
GAO

tan yeroo hundaa quphanuu Jaallattu yookiin hindhaabbanne; Warri haadha hinqabne gaayyan quphantuudh...

quphanuu go.
GAO

koomee ofii irra gadi taa'uu; Jaarsi quphanuu hindanda'u.

quraan qurxaa'uu go.
GAO

ciccita godhachuu; Bukoon jalaa quraan qurxaa'e.

quraan qurxeessuu go.
GAO

akka quraan qurxii ta'u gochuu; Talbaa quraan qurxeesseeti bulbule.

quraan qurxii ma.
GAO

1. ciccita daakuu kan yeroo bishaaniin makan uumarnu; Bukoon quraan qurxii godhate buddeen isaa hinb...

quranii ma.
GAO

maasii yookiin oyiruu midhaan irraa haamame; Quranii garbuu otoo barsii hinharin horii itti naqe.

qurbaana baasuu go.
GAO

nama du'eef jecha, dhibaayyuu qopheessanii gara taabotaa geessuu;- Qurbaana abbaa baasuuf geeshoo mu...

qurbaana fudhachuu go.
GAO

amantii kiristaanaa keessatti nyaata qulqulluu ta'anii jiraachuuf jecha fudhatan; Amantooimi kirista...

qurbaana ma.
GAO

1. kenna akka dhibaayyuu yookiin ixaanaa kan gara taabotaatti geessan. 2. nyaata narna qulqulluu taa...

qurcata'uu go.
GAO

qurcii ta'.uu.

qurceessuu go.
GAO

qurcii taasisuu; Muujaleetu quba qurceesse.

qurchaa'uu
GAO

"qurcaa'uu"  ilaalaa.

qurchuu
GAO

"qurcuu" ilaalaa.

qurcii ma.
GAO

dhibee gogaa namaa qurceessu yookiin quba doolessu, nadaayii; Qurciitu quba irraa fixe.

qurruxii
GAO

"fakkii" ilaalaa.

qurundee ma.
GAO

timboo nama nacheessu, kan gaayyaatti naqatanii xuuxan.

Sponsors