Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qubee margaa ma.
GAO

amartii yeroodhaaf durbatti keewwatan; Durbi qubee margaa itti keewwatan hinabdatamtu.

qubeeffamuu go.
GAO

mallattoon qubaan irra keewwamuu, barreeffamuu, katabamuu.

qubeelaa
GAO

"qubee" ilaalaa.

qubeeluu go.
GAO

qubee itti kaawwachuu.

qubursaa ma.
GAO

gosa raammoo kan biyyoo,  keessattuu dikee keessa jiraatu,  kan lafa gabbisu;  Lafti gabbate qumb...

quca'uu go.
GAO

adabuu; Hattuu sana jaawwii shan quca'e.

qucala ad.
GAO

waan xiqqisha yookiin xinnoo; Hoolaan ilmoo quxala dhalte.

qucisuu ad.
GAO

booda kan dhalate, Obboleessa quxisuu hinqabduu?

qudaa ma.
GAO

jimaa yoo nyaatan. nama mirqaansu yookiin. macheessu; Qudaa qaameeti machaa'e.

qudhamsiisttu
GAO

"qundhamsiisuu" ilaalaa.

qudhamuu
GAO

"qundhamuu" ilaalaa.

qudhuu
GAO

"qundhuu" ilaalaa.

qufa'a ma.
GAO

sonba keessaa waan hinbarbaadadamne afuuraawajjin baasa.

qufa'uu go.
GAO

Waan hinbarbaadamne afuuraa wajjin onba keessaa baasu ; Qufa'eeti akkii tufe.

qufaa ma.
GAO

dhukkuba nama uku, kan sonba keessaa hafuura humna qabuun alatti daddarbatamu; Qutaan isa qabeeti ma...

qufaasisuu go.
GAO

akka qufa'u gochuu; Barbarree abiddatti naqeeti nama qufaasise.

qulchii ma.
GAO

gosa hiddaa.

qulfii ma.
GAO

1. meeshaa waan akka balbalaa, sanduuqaa, w.k.f. ittiin cufan; Balballi qulfii. sibiilaa qaba: 2. mi...

qullaa ma.
GAO

1. clhaqna uffata hinqabne. 2. homaa kan hinqabne,hiyyeessa; Hattuun horii jalaa fudhatteeti qullaat...

qullaa'uu go.
GAO

xurii dhabuu, qulqulluu ta'uu; Burqaan haramnaan qullaa'e.

Sponsors