1. waayee waan tokkoo beekuuf gaaffii gaafatamuu; Intala otoo hinbeekin sanyiin jaraa qoratame. 2....
waan dhukkuba namatti wayyeessu yookiin namaa wayyeessu, dawaa; Qoricha haanquu tudhatee koosoon tol...
dhangaa akaayii garbuu, dhadhaa baksaa, soogiddaafi barbarree walitti makanii qopheessan; Qorii qoph...
seera bulchiinsa darbe (bara Minilikiifi HaylaSillaasee) keessatti maqaa nama naannoo isaa bulchuu, ...
mataa bisingaa yookiin muka boqqolloo kan gumaan (ijji) irraa kaachifame (falfalame).
1. nyaata ilkaaniin kutanii yookiin irraa quncisanii nyaatan. 2.irraa fixiisa, deegsa.
1.irraa quncifamuu. 2. hara malee huqqachuu. 3. gatii baay'ee baasanii qabeenya fixachuu; Qabata i...