muka foolii gaarii qabu, kan fakkeenyaaf mi'a aannanii ittiin ulan, qoraasan; Qoraasumni ejersaa o...
1. muka urgaawuun waan akka mi'a aannanii uluu. 2. olii gadi oofuu, sabrii dhowwuu, unkuruu, g...
qara dhaqna biqiltuu, mukaa, yookiin bineensaa (fakkeenyaaf dhaddee) irratti margu, kan yoo ...
1. itti naannessanii gaafachuu. 2. "fattanuu" ilaalaa. 3. gadi fageenyaan xiinxaluu.
1. muramee wal fakkaachuu; Qeensi qorame xurii hinqabatu. 2. waayee waan tokkoo gaafatamuu, qora...