Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qolchuu go.
GAO

bira darbuu, bira cehu.

qollee 1
GAO

"qilee" ilaalaa.

qollee 2 ad.
GAO

kan homaa hinqabne hiyyeessa.

qolleeffachuu
GAO

"qollifachuu" ilaalaa.

qolleessuu go.
GAO

harka qulqulluutti hambisuu, hiyyoomsuu.

qollifachuu go.
GAO

jibbaan Yookiin tuffiidhaan waa ilaaluu; Hojjettuun jiruu hinqollifattu. 2. itti maxxanuu dhiisuu; I...

qollofa ma.
GAO

1. qaamagudeeda gidduu, kofa. 2. kotoosurree. 3. qaama dhiiraa keessumattuu kan hinmuramin.

qolloo ma.
GAO

1 . ayyaana tokko irraa tokkotti darbu, kan dudubbisu. 2. abdaarii.

qolomata
GAO

"salgii2" ilaalaa.

qoloo ma.
GAO

uffata dubartii, kan jirbii irraa qophaa'u, qamisii mudhiin hinshanashanamne; Qoloon baaqqee wajjiin...

qolqola ad.
GAO

homaa kan hinqabne, duwwaa; Inni mana qolqola keessa jiraata.

qolqolachuu go.
GAO

irraa falfalachuu.

qolqolamuu go.
GAO

boqqolloon falfalamee qoroqondaa irraa bawuu, falfalamuu.

qolqolee
GAO

"qolqola" ilaalaa.

qolqoluu go.
GAO

boqqolloo falfalanii qoroqondaa irraa baasuu, falfaluu.

qolsiisuu go.
GAO

akka qolu gochuu.

qoluu go.
GAO

1. irra darbuu; Beekaan dubbii hinqolu. 2. waan ta' een dhahuu yookiin ajjeesuu; Eeboo darbateeti wa...

qom jalloo ma.
GAO

Dhibee morma namaa jallisu.

qoma ma.
GAO

qaama mormaa fi harma gidduutti argamu.

qomanyoo ma.
GAO

gosa mukaa .

Sponsors