Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qeela'a
GAO

"qeera'a" ilaalaa.

qeela'uu
GAO

"qeera'uu" ilaalaa

qeelee
GAO

"gilee" ilaalaa.

qeemaramu go.
GAO

mukni  (dameen isaa) muramee wal qixxaachuu; Gaattiraan yoggaa qeemaramu bareeda.

qeemarsiisuu go.
GAO

Akka qeemaru gochuu; Mucaa ergeefi doobbii karaa irraa qeemarsiise.

qeensa ma.
GAO

waan akka lafee kan fiixee quba miillaafi harkaa irratti margu.

qeensaan fuudhuu go.
GAO

fiixa qubaatiin qabanii kaasuu.

qeentee ad.
GAO

guutuu kan hinta' in,  gartokkee; Qotiyyoo qeenteefi cimdii  qaba.

qeentummaa ma.
GAO

qeentee tokko ta'iisa; Qeentummaa malee qotiyyoo jabaa qaba.

qeeqa ma.
GAO

waan ta'e shakka; Qeeqa kan baay'isu nama hinamanu.

qeeqachuu go.
GAO

waan nama irra ga'uu danda'u beekkachuu;- Gamni waan isa irra gawu niqeeqata.

qeeqamuu go.
GAO

amanamuu dhabuu, shakkamuu; Horii  badeef  namni  nagayaan qeeqame.

qeera'a ma.
GAO

1. of irraa rukuta. 2. dhahichaan ajjeesa; Qeera'a basonuu adamsituutu  beeka.

qeera'uu go.
GAO

1. buruurii jirmaan  yookiin muka kolleetiin dhahanii waaqa keessa oofuu. 2. dhahanii ajjeesuu; Bin...

Qeeraasisuu go.
GAO

akka  qeera'u gochuu.

qeeramsa ma.
GAO

bineensa daggalaa kan muka koruu danda'u, adurree kan fakkaatu, foon nyaatee kan jiraatu, qeerransa;...

qeerransa
GAO

"qeeramsa" ilaalaa. qeerroo ma. nama niitii

qeerroo ma.
GAO

nama niitii hinfuudhin;  Yeroo baay'ee qeerroon durba  fuudha.

qeersii
GAO

"qarshii" ilaalaa.

qeesii ma.
GAO

amantii kiristaanaa keessatti nama waayee amantii sanaa mataa ta'ee barsiisu, kanqurbaana  kennu, ...

Sponsors