Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
265 Jechoota
oo jechuu go.
GAO

waamichaaf sagaleedhaan deebii kennuu,rawaachuu.

oo'a ma.
GAO

iyya qabata dhukkubaa yookiin miidhaa adda addaatiin dhageessisan.

oo'icha ma.
GAO

qorra jalaa bayiisa, dhaamocha ari'acha.

oo'ichoo
GAO

"o'ichoo" ilaalaa.

Oo'ifamuu go.
GAO

akka oo'u taasifamuu,

oo'isa ma.
GAO

Oo'a argachiisa.

oo'isuu go.
GAO

akka oo'u yookiin bulluqu gochuu.

oo'ituu ad.
GAO

1. dubartii dh1ira adamsitu. 2. o'a kan qabdu.

oo'uu 1 go.
GAO

garmalee iyyuu, gadooduu.

oo'uu 2 go.
GAO

dhaamocha ari'achuu, qorruu dhiisuu.

oobdii
GAO

"oogdii" ilaalaa.

oochisuu go.
GAO

akka oodu, akka wajjin dubbachuu dhiisu gochuu.

ooda ma.
GAO

dubbisa dhiisa yookiin itti dubbachuu lagacha.

ooddee
GAO

"ooda" ilaalaa.

ooduu
GAO

"hooduu" ilaalaa.

oofa 1 ma.
GAO

gara barbaadanitti deemsisa.

oofa 2 ma.
GAO

waan ta'e ariitiin hojjecha.

oofa 3 ma.
GAO

maqaa anaa nama gajafsiisuu.

oofee
GAO

"surrati" ilaalaa.

ooffacha ma.
GAO

gara barbaadanitti deemsifacha.

Sponsors