1. meeshaa suphee kan ol ijaajjee gara mormaa qal'atu, kan afaan bal'atee mudhii irraa gurroo lama q...
meeshaa migira yookiin meexxii irraa hodhamu, kan aannan itti naqatan yookiin elmatan.
1. lafaa ol fuudhanii baachuu. 2. sagalee guddisuu. 3. gatii waan ta'ee guddisuu, hedduu taasisuu.
1. garaa nama hammissa, hooqqisa kajeeluu, hooqqisuu, lolojisuu. 2. gara manaatti ol kaasuu.
1. Jecha ol jedhu dubbachu 2. bakka taa'anii yookiin ciisanii ka'uu. 3. jireenya hamaa keessaa bawuu...