oriisaa guddisuu, nyakkisuu.
1. iddoo jiran dagachuu, gaggabuu. 2. maalummaa ofii dagachuu. 3. gar malee sooromuu.
"hoffaa 1 "ilaalaa.
"hoffeessuu" ilaalaa.
abbumtuu, atumaan; Nama ergachuu dhiiseeti ofii dhufe.
akkuma fedha isaatti kan bulu, didaa.
matumaan, nama iraatiin otoo hinta'in; naamicha malee ofiin dhufe.
waamicha malee kan argamu; Cidha yoo qopheessi tu ofiin dhufee hindagatin.
"obbaatii" ilaalaa. 2. "ooffala" ilaalaa.
mi'a manaa kan ittiin waan nama irra jiru laalan, daawitii.
tan boonuu guddistu, of hinbeennee.
matuma ofiitiin, yaaduma ofiitiin; Kadhaa malee ofumaan galte.
faaraan dubbachuu dadhabuu, loqoduu.
"oogdii" ilaalaa.
"ogeessa" ilaalaa.
nama beekumsa harkaa qabu; Nama cabe ogeessatu deebisa.
dubartii beekumsa harkaa qabdu.
"hoggana" ilaalaa.
itti gaafatamaa hojii dhaaba tokkoo yookiin siyaasaa, hogganaa.
deggersa yookiin oggana kennuu, bira dhaabbachuu, hogganuu.