Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
265 Jechoota
odeeffamuu go.
GAO

oduun ta'e namatti himamuu.

odeessa ma.
GAO

oduu dabarsa.

odeessisuu go.
GAO

akka bdeessu gochuu.

odeessituu ad.
GAO

nama dubbii marmaarsitu, kuttuu.

odeessuu go.
GAO

oduu himuu, haasa'uu.

odelee ad.
GAO

nama hamaa namaa odeessu.

odolcha ad.
GAO

farda bifa adiifi gurraacha makaa qabu.

odolee ad.
GAO

1. kan bifti adiifi gurraacha makaa. 2. sa'a bifa adiifi gurraachaa.

odoo
GAO

"otuu" ilaalaa.

odulee
GAO

"odeessituu" ilaalaa.

oduu ma.
GAO

1.dubbii namatti himamu. 2. waan haaraa meeshaa quunnamtii irraa dhaga 'amu. nama biraa odoo hinta'i...

of danda'uu go.
GAO

gargaarsa ormaa malee jiraachuu danda'uu.

of ga'aa ad.
GAO

1.nama qabeenya guddaa qabu. 2 . nama mataa isaa danda ' u.

of gattuu ad.
GAO

tan mataa ofii dagatte, tan of hinqabne, dadhabduu.

of gatuu go.
GAO

of eeguu dhiisuu.

of irraa baasa ma .
GAO

1 . waan duraan nama irra jiru baasuun yookiin fuudhuun gara biraa Kaa' isa. 2. fedha malee maqumaaf...

of irraa baasuu go.
GAO

1. of irraa kaasanii gara  biraa kaa'uu. 2.fedhii malee maqumaf hojjechuu.

of jaja ma.
GAO

natu caala, yookiin kootu caala jechuu guddisa.

of jajuu go.
GAO

natu yookiin kootu caala  jechuu  guddisuu; of tuuluu.

of kaluu go.
GAO

waan hamaa  jalaa bawuu. 2. nagaan dawuu.

Sponsors