Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
265 Jechoota
oroogessa
GAO

"orogeessa" ilaalaa.

oroogettii
GAO

"orogeettii" ilaalaa.

ororachuu
GAO

"hororachuu" ilaalaa.

ororomaa
GAO

"hororamaa" ilaalaa.

ororomuu
GAO

"hororamuu" ilaalaa.

ororsiisuu
GAO

"hororsiisuu" ilaalaa.

ororuu
GAO

"hororuu" ilaalaa.

orri je.
GAO

1. jecha qotiyyoodhaan dhaabadhu ittiin jedhani. 2. sagalee yeroo midhaan dhahan qotiyyoo ittiin oof...

osolee ma.
GAO

bineensa illeentii fakkaattu tan qaalaa yookiin boolla keessatti galtu.

osoo
GAO

"otuu" ilaalaa.

otongora ma.
GAO

boloqqee gumaa guddatu.

otontora ma.
GAO

yeroo hedduu jiraachuudhaan garmalee dullooma.

otontorsuu go.
GAO

akka otontoru gochuu.

otontoruu go.
GAO

waggaa baay'ee jiraatanii han malee dulloomuu, totorra'uu.

otoo
GAO

"otuu" ilaalaa,

otuu hi.
GAO

jecha mamii agarsiisu; Otuu dhufte ni argita.

owaangayuu ma.
GAO

muka busaadhaaf qoricha ta'a jedhamu.

owwaacha ma.
GAO

sagaleedhaan waamichaaf deebii kenna, oo! jecha.

owwaachisuu go.
GAO

akka owwaatu gochuu.

owwaachuu go.
GAO

waamichaaf sagaleedhaan deebii kennuu, 'oo! jechuu.

Sponsors