Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
142 Jechoota
nii
GAO

"ni 2" ilaalaa.

niitii bubbee
GAO

"niitii qilleensaa" ilaalaa.

niitii ma.
GAO

1. dubartii abbaa manaa qabdu, haadha manaa; Hamma yoowanaa inni nii tii hinfuune. 2. dubartii maqaa...

niitii qilleensaa ma.
GAO

kallaatti qilleensa keessa qoochoo olii gadi raasaa bakka tokko turtu.

nikka
GAO

"samaanaa" ilaalaa.

nikkaya
GAO

"samaanaa" ilaalaa.

niyyaa ma.
GAO

yaada waayee waan tokkootiif qabaatan, fedha, kka garaa ofii gawuuf hawwan; Waan niyyaan kiyya si bi...

nokkoroo ma.
GAO

waliin mormii; Maloo ati nokkoroo kana yoom dhiiftaa?

nokkoruu go.
GAO

waayee waan tokkoo qabatanii irratti waliin mormuu, falmuu; Ati maaliif kan koo qofti haata'u Jettee...

noo fu.
GAO

maqaa abbaa dubbii ta'ee dubbatamu irratti dabalamee waayee maqichaa, kan waan kanaan dura dubbatame...

Noolee ma.
GAO

gosa Oromoo .

Noonnoo ma.
GAO

maqaa qomoo Oromoo kessaa tokko.

nooraa 1
GAO

"nooruu" ilaalaa.

nooraa 2 ma.
GAO

waan akka daaraa addaatu, kan yeroo baay' ee bishaaniin bulbulanii girgiddaa manaatti diban, boronqi...

nooraa 3
GAO

"riqicha" ilaalaa.

nooruu ma.
GAO

1. jecha yawuttii namni ulfaataan, keessummaan, w.k. f. mana ol seenu warri manaa j edhan; nooruu ! ...

nu 1 ma.dha.
GAO

mataa keenya,keessattuu kan gochi irratti raawatu;  Ati  nu waami!

nu 2 fu.
GAO

dursa maqaa yookiin waan maqaa fakkaatan irratti dabalamee baay'ina yookiin ergaan tokkummaa kan aga...

nuffa ma.
GAO

waan tokko yeroo baay'eedhaaf dhimma itti ba'uudhaan, wajjin jirachuudhaan,  arguudhaan, w.k.f. irr...

nuffisiisuu go.
GAO

akka nuffu gochuu.

Sponsors