buruquu yookiin dhowuu; Hiddiin irra ejjennaan macalaqe.
meeshaa yookiin kubbaayyaa yeroo baay'ee midhaan ittiin safaran.
"macalaqa" ilaalaa.
"macalaquu" ilaalaa.
nama dhugaatii alkoolii baay'ee dhugee of wallaalu.
dhugaatii nama macheessu baay'isanii dhuganii of wallaaluu.
gogaa hoolaa yookiin re'ee sukkuumame, raroo yookiin rara.
waan nama macheessu, kan sammuu namaa naannessu.
akka machaa'u gochuu.
joora sammuu kan dhugaatii alkoolii baay'ee irraa dhufu.
dhiira yookiin dubartii dhugaatii alkoolii baay'ee dhuguudhaan beekamtu; Machooftuun wayitti hingalt...
gaama, dhaqna muramuudhaan, waraanamuudhaan yookiin rigaamuudhaan hubamee foolii gadhee kennu; Mad...
sibiila diimaa.
"xaa'oo" ilaalaa.
"madaaba" ilaalaa.
meeshaa ulfina waan wan ta'ee ittiin lakka'an.
madaala irra kaa'anii ulfina waan ta'ee ilaaluu.
"madaala" ilaalaa.
akka madaalu gochuu.
ulfina waan ta'ee beekuuf madaalaan ilaaluu; Meeshaa kana naamadaali.