Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
maarsisuu go.
GAO

akka maaramu gochuu.

maasaa
GAO

"maasii" iraalaa.

maasii ma.
GAO

bakka qonnaa, 'ooyiruu.

Maataba 1 ma.
GAO

waan akka jifaaraa, kan mormatti keewwatan.

maataba 2
GAO

"maatama" ilaalaa.

maatama ma.
GAO

meeshaa xalayaa ittin mallatteessan, chaappaa.

maatii ma.
GAO

hortee abbaa tokkoo.

maaxarii ad.
GAO

horii uffata nyaattu.

maaxaruu go.
GAO

horiin uffata namaa nyachuu.

maayessa
GAO

"maa'essa" ilaalaa.

maayettii
GAO

"maa'ettii" ilaalaa.

maayii
GAO

"maa'ii" ilaalaa.  Maayii baafachuu

maayilaa
GAO

"maa'ilaa" ilaalaa.

maayilii ma.
GAO

meeshaa fageenya karaa ittiin lakkaa'an; Karaan miillaan deemne sun maayilii lama fagaata.

maayiluu 1
GAO

"maa'iluu" 1laalaa.

maayiluu 2 go.
GAO

itti bawuu; "Ilmi eessumatti maayila, intalli adaadaatti ".

macalaqa ma.
GAO

gargar dhoyiinsa.

macalaqaa ad.
GAO

kan gargar dhowe, kan buruqe, dhqwaa.

macalaqauu go.
GAO

akka macalaqu gochuu.

macalaqsiisuu go.
GAO

akka macalaqsu gochu.

Sponsors