Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
mucucaachuu go.
GAO

miilli wayi irra dhaabachuu nama dadhabee nama jalaa kaachuu.

mucummaa ma.
GAO

mucaa  ta'iisa, akka mucaa yaada yookiin gocha.

mucuu gochuu. go.
GAO

lafa  irraa lixuu,gar malee nyaachuu.

mudaa ma.
GAO

1 . waan hundaan guutuu ta'uu dhabiinsa, hanqina, hir'ina;. "Bareedaan mudaa hindhabu. " 2 . waan wa...

mudaammuddii
GAO

"mudaamuddii" ilaalaa.

mudaamuddii ma .
GAO

kan huffaa yookiin gudeeda gidduutti argamu, yoo waa miilla nama rukute kan micireen isaa dhiita'u.

mudaayii ma.
GAO

hodhaa xinnoo kan qadaa Jala qabdu,  waan akka dibataa keessa keewwatan yookiin akka jifaaraatti (g...

muddama ma.
GAO

fedha waan tokko dafanii raawwachuutiin qabamsa.

muddamsa
GAO

"muddama" ilaalaa.

muddamsiisuu go.
GAO

akka muddu gochuu.

muddamuu go.
GAO

muddamaan qabamuu.

Muddee ma.
GAO

ji'a Oromoo kan Sadaasatti aanu.

muddisiisuu
GAO

"muddamsiisuu" ilaalaa.

mudduu go.
GAO

akka ariifatu gochuu. jarjarsuu, muddama qaqqabsiisuu.

mudhii ma.
GAO

qaama qixxee handhuuraatiin naanna'ee harma dugdaatti jiru, bakka qabattoon yookiin sabbanni itti ma...

mudhudha
GAO

"mudhuka" ilaalaa.

mudhuka ma.
GAO

akka malee bilchina.

mudhukaa ad.
GAO

kan gar malee bilchaate.

mudhuksuu go.
GAO

akka mudhuku gochuu.

mudhukuu go.
GAO

gar malee bilchaachuu; Muuziin bilchina keessa darbeeti mudhuke.

Sponsors