dhalootaan nama bubbule, jaarsa, (jaartii).
1."fal'aana" ilaalaa. 2 fal'aana ittiin kophee miillatti keewwatan.
kuwaasii miillaa utuu taaphacha jiranii yommuu harkaan tuqan tuqiinsi sun kan ittiin waamamu; Maan...
dhiifama kenna, irra darba.
kan maarame, kan dhiifama argate.
1.maqaa ayyaanaa. 2. dubartii gosa Yihuudaa,kan Yesuusiin deesse jedhamtu.
1. balleessaa hojjetaniif dhiifama argachuu; Hidhaa irraa maarame.
sibiila qonnaa kan fiixee hordaatti kaawanii biyyoo yookiin lafa ittiin garagalchan.
"maaritee" ilaalaa.
"maaramii" ilaalaa.
dhiifama namaaf kennamu; Maarii kadhachuuf haadhatti jaarsa ergate.
dhibee namaarraa namatti, horiirraa horiitti darbu, finnoo.
tarree yookiin daandii; Boqqolloo maarraa tokko naaf falaffale.
"maarrabii" ilaalaa.
daara xinnoo roga afurii, kan waan gadhee akka furrii of irraa ittiin haxaawan.
akka maarraxu gochuu.
"marrajii" ilaalaa.
"marrabii" ilaalaa.
quuf gara darbe.
gar malee baacuu, qoosuu; Ijoolleen guddisa bade nimaarraxxi.