akka kosii yookiin xaa'oo argatee gabbatu gochuu.
lafti yookiin naannoon gabbachuu, lalisuu.
gosa midhaanii kan sambuusaafi ittoo (waxii) irraa hojjetan.
akka gaariitti dagaaguu yookiin ija godhachuu.
dubbii dhoksaa kan akka argan hundumatti hinhimamne, iccitii.
"misxira" ilaalaa.
ta'uu dhiisuu yookiin akka wanti tokko hintaane kan ittiin agarsii ari; Kana miti, sana fidi.
keessa dabuu yookiin micciiramuu.
keessa dabsuu yookiin micciiruu.
lafa unkutoo itti unkutan.
dinnicha akka shukkaaraatti mi'aawu, albaambee, booniyaa.
gosa goondaa bifi diimaa, kan dhaabbata xixinnaatu.
gombisaa.
ija xixinnoo sanyii midhaanii keessatti argamtu,miciree.
"barbaree" ilaalaa.
maqaa mukaa; Mixoo qeerransaa, mixoo qamalee.
"mi'a" ilaalaa.
"moo'achuu" ilaalaa.
"moo'amuu" ilaalaa.
"moo'atamuu" ilaalaa.