Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
mishingaa
GAO

"misingaa" ilaalaa.

mishira
GAO

"miisira" ilaalaa.

misii ma.
GAO

dhiyaana guyyaa, laaqana .

misikkirii ma.
GAO

ragaa baasaa, dhugaa baasaa, waan argeefi dhagaye nama ifa baasu, naqaashii, shaayidaa.

misilii ma.
GAO

fakkii bifaa yookiin suuraa.

misingaa ma.
GAO

1 . midhaan agadaa, kan ija baay' ee mataa gubbaatti godhatu, bisingaa. 2. ija misingaa (bisingaa).

misira
GAO

"missira" i laalaa.

misiraachii
GAO

"misiraachoo" ilaalaa.

misiraachoo ma.
GAO

1 .oduu gammachuu. 2.gammachuu durbi fuudhan durba ta' uu ittiin beeksisan. 3. fiiree dura gawu yook...

misirraa'uu go.
GAO

misirroo  ta'uu.

misirraawuu
GAO

"misirraa'uu" ilaalaa.

misirroo ma.
GAO

1 .dubartii dhiwoo heerumte; idayaa. 2. dhiiraafi dubartii dhiwoo wal fuudhan, mushurraa.

misirroomuu go.
GAO

misirroo ta'uu.

misirrummaa
GAO

"misirro" ilaalaa.

miskiina ad.
GAO

Hiyyeessa  homaa hinqabne, rakkataa.

mislanee ma.
GAO

nama iddoo nama biraa bu' ee hojii bulchuu naannoo baadiyyaa keessaa hojjetu (bara durii).

mismaara ma.
GAO

sibiila qaqallaa kan mataan battee, fiixeen qaraa, kan yoo waan biraatti rukutan uree keessa bawu, k...

mismaarii
GAO

"mismaara" ilaalaa.

misooma ma.
GAO

qaljii ta'iisa, xaa'oo  argacha.

Misoomsisuu go.
GAO

akka misoomsu gochuu.

Sponsors