ija jalaa dhokacha.
kan ija jalaa dhokatu.
akka miliqu gochuu.
1. ija Jalaa dhokachuu. 2. otoo wal hinargiin wal jala darbuu.
lakkoofsa kuma si'a kuma of keessaa qabu.
"miliyoona" ilaalaa.
abbaa milkii ta'uu, milkiin namaaf toluu.
milkii namaaf tolchuu.
waan mallattoo carraa gaariiti yookiin mallattoo carraa gadheeti jedhamee amanamu.
milkiin baduu yookiin gaarii ta'uu hafuu.
milkiin gaarii ta'uu, waan gaarii argachuu.
"murtoo 2" ilaalaa.
fincaan kormaa kan mucaa ta'u, fincaan dhiiraa.
"barbaree" ilaalaa.
dubartii yookiin durba kan yommuu dhiira argitu dhaqni kokkolfu, miriixee.
barbaree ija shifii kan garmalee nama gubdu.
ijoollee Addaam jechuuf kan 'oolu.
tan dubbii baay'iftu.
waan hinbarbaachifne otoo wal irraa hinkutin dubbachuu; Dubbii jalqabnaan ganamaa kaasee hamma galga...
qonnaa dhiyoo qotame, kan hinbukaayin.