Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
meeqa da.go.
GAO

jecha hammamii agarsiisu; Nama meeqatu dhufee?

Meeqaafi meeqa ad.
GAO

jecha lakkoofsa hedduu of keessaa qabu; Hammeenya meeqaaf meeqa itti oolee ammammoo wajjin deema.

meerre je.
GAO

Jecha 'eessa jiraa, garam jiraa ittiin baran.

meesaa ma.
GAO

lafa bullaa'ee taa'e xaafii irra facaasuuf qopheessa. 2. waan hinbarbaadamne keessaa baasa.

meesii
GAO

"meesaa" ilaalaa.

meesisuu go.
GAO

akka meesu gochuu.

meestuu ad.
GAO

kan meesaa meesu yookiin meestu;Meestuu qabateeti qonnaa deeme.

meesuu go.
GAO

1. lafa qotame keessaa waan hinbarbaadamne qulqulleessuu.  lfa bullaa'ee taa'e xaafii irra facaasuu...

meeta ma.
GAO

gosa sibiilaa kan gatii guddaa qabu, kan jifaarri gosa gosaa irraa qophaawu.

meetii
GAO

"meeta" ilaalaa.

meexicha
GAO

"meedhicha" ilaalaa.

meexxii ma.
GAO

gosa mukaa kan baalli qal'atee fiixeen akka qoraattii qara qabu, kan saleeniin yookiin jibaan irraa ...

mellee ad.
GAO

dubartii yookiin intala melloo baay'iftu.

melloo ma.
GAO

tapha yaada halalumrnaa of keessaa qabu, kachachala.

meraraa
GAO

"mararee 1"  ilaalaa.

merqaa ad.
GAO

kan ijaan argamuu hindandeenye,shishifii, xixinnoo. Dhukkubni hedduun karaa raammoo merqaa baakteriy...

mi 'aa 2 ma.
GAO

waan yommuu arrabaan xuqan akka dammaa namatti tolu; Mi' aa keetu mi'aa-abbaa warraa koo na lage jet...

mi'a ma.
GAO

qodaa yookiin meeshaa Jiruu ittiin hojjetan; Mi 'a waraanaa, mi 'a tumtuu.

mi'aa 1 ad.
GAO

kan gatiin ittiin bittaa gatii dur ittiin bitan irraa dabalame, kan rakasa hinta'in.

mi'aawaa ad.
GAO

1. kan gatun rakasa yookiin mi'aayaa hinta'in. 2. kan yoo arrabaan tuqan namatti tolu.

Sponsors