mukni irra kaa amee Yookiin itti qabamee dallaan Yookiin girgiddaan manaa walitti hidhamuu, dagalfam...
1. maagara yookiin dagalee itti hidhu. 2. dagalee dallaatti yookiin manatti hidhanii mana yookiin da...
fayaa furdaa qallaa keessa loloyee waan akka gaabii, kutaa, w.k.f. ta'u; Maagii malee qallaa duwwaan...
gogaa loonii kan morma Jalaan gadi rarra'u. furdina morma namaa kan fuulduraan mul'atu, koodama.
1. dhukkuba garaa kan eega dubartiin deesse booda itti dhaga'amu. 2. daandii sarbaa dubartii tokko t...
waan sammuun na fudhachuuf itti ulfaatu,kanaan dura ta'ee hinarga dinqisiisaa; Kun waan maalalaati.
waan kanaan dura dubbatame yookiin Jedha kan ittiin gaafatan; Wayin barbaada jennaan, maaloo? Jedhee...
nama yeroo hunda mi'a irraa bitu yookin itti gurguran, beedee; Inni maamila kooti, suuqii kootii m...