Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
M,m
GAO

qubee Oromoo kan tarree kudha sadaffaa irratti argamu.

maa da. go.
GAO

sababa kamiif; Maa dhufte? Maa koottu naan jette?

maa'essa ad.
GAO

1.horii didaa, fincilaa; "Afaan nagaan maa'essa alaa galcha." 2. kan booda irra ta'u, dhufu dura kan...

maa'i baasii ad.
GAO

kan maasii raawachiisu, Waldaan maa'i baasii qottootaaf meeshaa qonnaa nifida.

maa'ii baasachuu go.
GAO

1.Jiruu ofii raawwachuu; Maa'ii baasannaan nideema. 2 bu'aa buusu, waan nama gargaaru haromsiisuu.

maa'ii baasuugo.
GAO

1.waa hojjechuu. 2. dalaga bu'aa qabu dalaguu.

maa'ii ma.
GAO

waan hojjetamuun, raawwachuun, ta'uun irra jiru; Ijan maa'ii sibiraa qabuuf na eegi.

maa'ilaa
GAO

ilkaan ilkaan irratti marge.

maa'iruu go.
GAO

1.namaaf tole jechuu yookiin ajajamuu didu finciluu. 2. horiin gooluu yookiin finciluu.

maaagoftuu ad.
GAO

1.tan garaan maagaa duwwaa ta'e. 2. gar malee qalloo tan taatee akka maagaa fokkiftu.

maaahaa ma.
GAO

atara, baa qelaa yookiin missira hororamee yookiin garafajee, affeelamee waxii ita'u.

maaahoo ma.
GAO

meeshaa akka faanoQil alkooliidhaan hojjetu, kan ifni isaa addaatu.

maacaa
GAO

"gabbara 4" ilaalaa.

maacoo
GAO

"mar'immaan" ilaalaa.

maadaabaraa
GAO

"xaa'oo" ilaalaa.

maaddii ma.
GAO

waan nyaachuuf dhiyeeffatan, dhiyana.

maagaa bokkaa ma.
GAO

raammoo dheeraa kan yoo roobni caamu lafa irra yaatu.

maagaa ma.
GAO

raammoo dheertuu qalloo kan qulqullina dhabiinsa nyaataa irraa dhufu, kan garaa, keessattuu, mar'imm...

maagara ma.
GAO

muka dagalfamu, dagalee.

maagarachuu go.
GAO

maagara itti hidhachuu.

Sponsors