1.irraa hafii waan gubatee, ittan jiidhaan wal arge, fakkeenyaaf leelee gaayyaa, leelee kanniisi afa...
ammaa maqaa dha'anii aarsuu,jaJuu; "Niitii abbaan warraa leellisu itilleetu cucaata."
mi'a migira irra hojjetamu, kan mudhiin qal'aa olii dalga diriiru, buddeenni irratti nyaatamu yook...
shaboqqoo furdaa, kan keessi qaawwaa ta'ee shaboqqoo irra garuu jabina qabu, kan darbee darbee humna...
bineensa guddaa sanyii adurree, kan kormi isaa hanfaarroo qabu, kan foon malee hinnyaanne, kan mooti...