kan bukaayina keessa bayee hadhaaye, dhangaggaaye; Midhaan kiikkoo yoo nyaatan garaacha nama dhukkub...
gar tokkee waan guutuu ta'ee tokko, walakkaa;Buddeena kiinii tokkon nyaadhee quufuu dadhabe.
waan namni nama harkatti miidhameef yookiin balleessaa nama irratti hojjetaniif kennuu;.Sin kiisaa.
akka kijibni dubbatamu gochuu yookiin taasisuu; Ofii isaatii kijibee anas na kijibsiise.
1.akka malee kolfuu; Kil jettee gaggabde. 2. sibiilli rukutame sagalee dhageessisuu; Dawaliin kil Je...
mi'a manaa kan muka irraa tolfamee dhadhaa yookiin waan akka cuukkoo, Jifaara adda addaa keessa keew...
silga raadeen shantamni, guyyaa tokkicha dhalan irraa elmanii bool'atti guutuudhaan abbaan horii kee...
1. bool'a killaa keessa galanii silga daakuu. 2. duniyaa yookiin qabeenya baay'ee keessa lixuu.
ija bunaa kan qolli yookiin galabaan irraa ka'e, buna qishirii; Killeen bunaa qarshii isa hammaarrac...