1. ilkaan walitti riguu. 2. du'atti dhiyaachuu. 3. hedduu sodaachuu.
irgo akka miidhagu waan akka lilmootiin waraananii cilee itti qabsiisuu.
1. "ilkaan" ilaalaa. 2. ilkaan kanniisaa kan ittiin nama idditu.
"illee" ilaalaa.
qaama bitaafi mirga ijaatti argamu.
"hilleensa" ilaalaa.
"mooraa" ilaalaa.
1. obboleessa ofii. 2.maqaa masoo yookiin marartee.
ilma "badii" ilaalaa.
haati manaa ilma namaa dawuu.
ilma waan yaraa hojjechuudhaan warra gaddisiisu.
daa'ima gaafa guddate nama guddaa ta'a jedhanii yaadan.
nama biyya tokko keessatti dhalatee guddate. ilma godhacbuu "ilma argachuu" ilaalaa. ilma ilmaa ma. ...
nama uumaan dhiira ta'e; Ilma hinguddifate malee niitii irraa hingodhanne.
"looga" ilaalaa.
"ifacha" ilaalaa.