1. bakka ijjatanii waan ta'e koran. 2. muka koroo yookiin dagalee,riqaa.
"ijjattoo" ilaalaa.
waan ta'etti hara malee aaruu.
dhiirri dubartii yookiin dubartiin dhiira garmalee kajeeluu, eJjuu.
"burqaa" ilaalaa.
1. "ija mukaa" ilaalaa. 2. "bururii2" ilaalaa.
"ija dubbii" ilaalaa.
1. dhiita mukni ba'uu. 2. qaama mukaa kan salphaatti hinbocamne.
1. umrii xiqqoo kan qabu, daa'ima baay'ee, hedduu.
1. umriin xiqqoo ta'iisa. 2, bilchina dhaba.
qabeenya biyyi ittiin Jiraatu, dinagdee.
"ija 2" ilaalaa.
wal dhaggeeffacha, walii gala.
1. tabba bawuu. 2. intala fuudhuu yaadanitti qubee yooKiin amartii keewwachuu, kaadhimachuu.
1. "halaala" ilaalaa. 2. bakka wanti tokko irraa mul'achuu danda'u, bakka ol ka'aa, roggee; Ilaalatt...
1. kan ijji irra bu'e. 2. maalummaan kan barame.
1. ifatti bawuu. 2. akkaataan waan tokkoo baramuu.
1. ijaan arga. 2. dubartii deesse yookiin heerumte dhangaa qabatanii gaafacha.
"ilaalcha" ilaalaa.
akka ilaalu gochuu.