Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
habaayyoo ma.
GAO

abbaa kiyya, abbaa koo.

habalakii ma.
GAO

ka'iisa muddamaa tattarafii yookiin tarafata.

habalakuu go.
GAO

muddamaan kaasuu, tattaraf gochuu, butuu.

habalee 1 ma.
GAO

mataa bukkeen yookiin cinaan lamaan haadamne, kan addaa qabee amma salgiitti yookiin qoloo mataatti ...

habalee 2
GAO

"halbee" ilaalaa.

habaqaa
GAO

"habaqii" ilaalaa.

habaqaawuu 1 go.
GAO

1.hibbiqii. Ta'uu. 2. hibbiqiin nafa yookiin uffata namaatti qabachuu. 3. caccabuu ycokiin hurraa'uu...

habaqaawuu 2 go.
GAO

baldhachuu yookiin bal'aa ta'uu.

habaqeessuu 1 go.
GAO

akka habaqii ta'u yookiin bal'atu gochuu.

habaqeessuu 2 go.
GAO

1.hibbiqii taasisuu. 2. caccabsuu yookiin hurreessuu.

habaqii ma.
GAO

barsii yommuu midhaan dhahan caccabee midhaanitti makamu, hibbiqii.

habbayyoo
GAO

"habaayyoo" ilaalaa.

habbuuqa ma.
GAO

akkaataa dhangala'aa afaan guutanii fudhatan.

habbuuqamuu go.
GAO

dhangala'aan afaan guutamee fudhatamuu, liqimfamuu,

habbuuqqachisuu go.
GAO

akka habbuuqqatu gochuu.

habbuuqqachuu go.
GAO

dhangala'aa afaaniin fudhachuu, liqimsuu.

habbuuqqii ma.
GAO

dhangala'aa afaan yookiin boqoo guutame.

habbuuqsisuu go.
GAO

akka habbuuqu gochuu.

habbuuquu go.
GAO

dhangala'aa afaan guuttachuu; Aannan kan yoo unatte malee yoo habbuuqqatte dateeti dhuma.

Habeeba ma.
GAO

maqaa gosa Oromoo.

Sponsors