Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
hooquba ma.
GAO

galata waaqaa yookiin nama rakkinaa nama baasee kennan.

hooquu go.
GAO

qeensaan shookkisuu; Nafa nama nyaate hooquun namatti tola.

hooqxoo ma.
GAO

1. qabata dhooftuutiin kan nafa namaa hooksisu. 2. bichee yookiin cittoo xixiqqoo nafa namaa hooksif...

hoorii ma.
GAO

xurii ilkaanii; Ilkaan yoo rigachuu baatan nihoora.

hoorma ma.
GAO

yaada yookiin soda hamaan na irra gaya jedhanii yaadan, yaaddoo; Duuti kan hin'oolle, hoorniaa hingu...

hooruu go.
GAO

waan hamaan na irra gaya jedhanii yaada guddisuu, yaadaan raafamuu.

hoosifachuu go.
GAO

akka namaa hodhu gochuu.

hoosiftuu ad.
GAO

tan harma luugsiftu, tan harma kennitu.

hoosisa ma.
GAO

akka harma luugu yookiin luugdu gocha, xuuxxoo yookiin harma keessaa aannan akka baafatu yookiin baa...

hoosisuu go.
GAO

akka hodhu yookiin hootu gochuu.

hoota ma.
GAO

bishaan yommuu horii dhaluuf foolattu odoo ilmoon gadi hinbayiin dura dhangala'u.

hootuu ad.
GAO

1.harma tan luugdu. 2.humna yookiin nafa namaa tan fixxu, dhortuu. 3. tan ijoollummaa yookiin xiqqee...

hor ad.
GAO

kan wal hore, kan dhaloota wal irraa qabu.

hora ma.
GAO

bishaan soogidda ofi keessaa qabu, kan horiin dhugu, boojii.

horachuu go.
GAO

horii baay'ifachuu, godhachuu.

horata 1 ma.
GAO

horii baayifannaa, qabeenya argacha.

horata 2 ma.
GAO

seera Gadaa keessatti maqaa yeroo;Ati kan luboofte bara horataatti, rooballeetti, michilleetti moo b...

horatamuu go.
GAO

abbaa argachuu, jalatti jiraachuu.

horbobbaa ma.
GAO

dallansa yoo dhiita'a qaamaa, kan xixiqqaatee namatti shif jedhu.

horbobbaa'aa ad.
GAO

horbobbaa kan ta'e.

Sponsors