Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
hooganeechuu
GAO

"hooganeessuu" ilaalaa.

hooganeessuu go.
GAO

akka hoogana qabaatu gochuu.

hooganooftuu ad.
GAO

1. tan hoogana of irraa qabdu. 2. dubartii haasaan ishii hinmi'oofne.

hookaan hi.
GAO

jecha lama keessaa waan tokko filatamuu agarsiisu, yookaan; Ati hookaan inni haa deemu, Isaan haa dh...

hoolaa bishaanii ma.
GAO

bineensa sagaleen isaa sagalee hoolaa fakkaatu,kan bishaan keessa jiraatu, hoolaa lagaa.

hoolaa ma.
GAO

1. horii foon isaa nyaatamu, kan rifeensa isaa irraa uffanni adda addaa qophaa'u. 2. nama gowwaa.

hoomaa ad.
GAO

hedduu kan ta'e, kan baay'inni isaa lakkoofsaa al ta'e.

hoomacha ma.
GAO

waan akka arafaa saamunaa, kan yoo aannan elman yookiin dhangala'aan waa keessatti kuufamu gubbaa ir...

hoomachaa'uu go.
GAO

hoomacha godhachuu yookiin hoomacha baasuu.

hoomacheessuu go.
GAO

akka hoomacha godhatu gochuu.

hoomecha
GAO

"hoomacha" ilaalaa.

hoomii ma.
GAO

maqaa mukaa.

hooqa ma.
GAO

qeensaan shookkisa; Hooqa baayisuun nafa nama luqqisa.

hooqaa ma.
GAO

mi'a mata ittiin filatan, filaa.

hooqqachuu go.
GAO

qeensaan shookkisuu; Dugda wadhakkaa hooqqachuun nama dhiba.

hooqqata ma.
GAO

nafa nama nyaate qeensaan shookkisata.

hooqqisa
GAO

"haqqee" ilaalaa.

hooqqisiisuu
GAO

"haqqisiisuu" ilaalaa.

hooqqisuu
GAO

"haqqisuu" ilaalaa.

hooquba galchuu go.
GAO

kan rakkinaa nama baasee galata kennuu, galata keeti jechuu.

Sponsors