Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
hojii
GAO

"hojjaa 2" ilaalaa.

hojii dhaba
GAO

"hojjaa dhaba" ilaalaa.

hojja dhabeessa ad.
GAO

1.nama jiruu hinqabne, hiyyeessa. 2. nama dheerina hinqabne.

hojja dhabeettii ad.
GAO

1.dubartii jiruu hinqabne, hiyyeettii. 2. dubartii dheerina hinqabne.

Hojja lammaaffoo
GAO

"Kiibxata" ilaalaa.

hojja qabeessa ad.
GAO

1. nama jiruu qabu, waan dai gatu kan qabu. 2. nama dheerina qabu.

hojja qabeettii ad.
GAO

1. dubartii jiruu qabdu. 2. dubartii dheerina qabdu.

hojjaa 1 ma.
GAO

qola bunaa kan aannan wajjin danfisanii dhugan.

hojjaa 2 ma.
GAO

waan yaada, beekumsaafi humna itti baasan, taba kan hinta'in, hojii, dalagaa, jiruu; Hojjaa malee ad...

hojjaa 3 ma.
GAO

1. dheerina lukaa qabee hamma mataa gawu. Iafee fuundura lukaa, kan jilbaa gaditti argamu.

hojjaa dhaba ma.
GAO

waan hojjetanii jiraatan dhaba, bultii dhaba yookiin bultii dhabiisa. Hojja duree "Wiixata" ilaalaa.

hojjechiifachuu go.
GAO

dhimma baasifachuu, dalagsiifachuu.

hojjechiisuu go.
GAO

akka hojjetu gochuu.

hojjechuu go.
GAO

jiruu keessatti qooda fudhachuu, dalaguu.

hojjetaa ad.
GAO

1.nama jiruu jaallatu. 2.nama hojjetee bulu.

hojjetamuu go.
GAO

bultiin godhatamuu, dhimmi bawuu, sonaa'uu.

hojjettuu ad.
GAO

1. nama jiruu jaallatu. 2.nama hojjetee bulu. 3. nama qarshiidhaan hojjetee bulu.

hokkachuu go.
GAO

hokkoo ta'uu, mataa irratti dabuu, jallachuu.

hokkannaa ma.
GAO

hokkoo ta'iisa, mataa irratti jallacha.

hokkeechuu
GAO

"hokkeessuu" ilaalaa.

Sponsors